Daaniʼel 1:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Bifni keenya bifa dargaggoota warra nyaata mootii nyaatanii wajjin si duratti haa ilaalamu; erga kana argitee booddee nun garboota kee akkuma sitti mul'ate godhi!>> jedhe. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Sana booddee bifa keenyaa fi bifa dargaggoota nyaata mootii nyaatanii wal biratti ilaali; waan argite irratti hundaaʼiitii tajaajiltoota kee irratti waan feete murteessi.” Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ሰነ ቦዴ ብፈኬኛፊ ብፈ ደርገጎተ ኛተ ሞቲ ኛተኒ ወል ብረት እላል፤ ዋን አርግቴረት ሁንዳኢቲ ተጃጅልቶተኬረት ዋን ፌቴ ሙርቴስ።” Sien die hoofstuk |