Daaniʼel 1:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Yehoyaaqiim mootiin biyya Yihudaa mo'ee waggaa sadaffaatti, Nebukadnezaar mootiin biyya Baabilon dhufee mandara Yerusaalem in marse. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Bara Yehooyaaqiim mooticha Yihuudaa keessa, waggaa sadaffaatti Nebukadnezar mootiin Baabilon dhufee Yerusaalemin marse. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 በረ ዬሆያቂም ሞትቸ ይሁዳ ኬሰ፣ ወጋ ሰደፋት ኔቡከድኔዘር ሞቲን ባብሎን ዹፌ ዬሩሳሌምን መርሴ። Sien die hoofstuk |