Asteer 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Waashtiin mootittiinis immoo mana mootummaa Ahashweros mootichaa keessatti dubartootaaf nyaachisa in goote. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Waashtiin Mootittiinis masaraa mootummaa Ahashweroos Mootichaa keessatti dubartootaaf cidha qopheessite. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ዋሽቲን ሞትቲንስ መሰራ ሞቱማ አሀሽዌሮስ ሞትቻ ኬሰት ዱበርቶታፍ ጭዸ ቆጴስቴ። Sien die hoofstuk |