Asteer 1:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Guyyoonni sun erga darbanii booddee mootichi iddoo dhaabaa mana mootummaa mandara Susaan keessatti,<<Xinnaa dha, guddaa dha>> utuu hin jedhin namoota mandara sana keessa jiraatan hundumaaf guyyaa torba nyaachisa in godhe. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Yeroo guyyoonni kunneen darbanitti mootichi saba gamoo Suusaa keessa jiraatu xinnaa fi guddaa hundaaf oobdii iddoo biqiltuu masaraa mootii keessatti cidha guyyaa torba turu qopheesse. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ዬሮ ጉዮትን ኩኔን ደርበንት ሞትች ሰበ ገሞ ሱሳ ኬሰ ጅራቱ ጥናፊ ጉዳ ሁንዳፍ ኦብዲ እዶ ብቅልቱ መሰራ ሞቲ ኬሰት ጭዸ ጉያ ቶርበ ቱሩ ቆጴሴ። Sien die hoofstuk |