Asteer 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Inni guyyaa dhibbaa fi saddeettama guutuu, badhaadhummaa mootummaa isaa isa ulfina-qabeessaa fi ulfina mootummaa isaa isa surra-qabeessa in argisiise. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Innis bultii 180 guutuu qabeenya mootummaa isaa guddaa, miidhagummaa fi ulfina jabina isaa gad baasee argisiisaa ture. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 እንስ ቡልቲ 180 ጉቱ ቀቤኘ ሞቱማሳ ጉዳ፣ ሚዸጉማፊ ኡልፍነ ጀብነሳ ገድ ባሴ አገርሲሳ ቱሬ። Sien die hoofstuk |