Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Asteer 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Mo'ee waggaa sadaffaa isaatti gurguddoota isaa fi hojjetoota isaa hundumaaf nyaachisa in godhe; nyaachisa kana irratti geggeessitoonni loltoota Faaresii fi Medoon akkasumas gurguddoonnii fi angafoonni kutaawwan biyyaa argamaniiru.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 innis bara mootummaa isaa keessaa waggaa sadaffaatti namoota isaa bebeekamoo fi qondaaltota isaa hundumaaf cidha guddaa tokko qopheesse. Hooggantoonni waraana Faaresii fi Meedee, ilmaan moototaa fi namoonni bebeekamoon kutaa biyyaa achi turan.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 እንስ በረ ሞቱማሳ ኬሳ ወጋ ሰደፋት ነሞተሳ ቤቤከሞፊ ቆንዳልቶተሳ ሁንዱማፍ ጭዸ ጉዳ ቶኮ ቆጴሴ። ሆገንቶትን ወራነ ፋሬሲፊ ሜዶን፣ እልማን ሞቶታፊ ነሞትን ቤቤከሞን ኩታ ብያ አች ቱረን።

Sien die hoofstuk Kopieer




Asteer 1:3

Volg ons:

Advertensies


Advertensies