Asteer 1:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Ahashweros mootichi nyaachisa guyyaa torbaffaa irratti daadhii waynii dhugee yommuu gammade, xu'aashota torban warra isaaf ergaman Mihumaanii fi Biiztaanin, Harbonaa fi Biigtaanin, Abaagtaa fi Zetaarin, Karkaasinis waamee, Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Guyyaa torbaffaatti Ahashweroos Mootichi yeroo daadhii wayinii dhugee gammadetti xuʼaashiiwwan isa tajaajilan torban jechuunis Mihuumaan, Biztaaʼaa, Harboonaa, Bigtaaʼa, Abaagtaa, Zeetaarinii fi Karkas Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ጉያ ቶርበፋት አሀሽዌሮስ ሞትች ዬሮ ዳዺ ወይኒ ዹጌ ገመዴት ጡኣሺወን እሰ ተጃጅለን ቶርበን ጄቹንስ ምሁማን፣ ብዝታኣ፣ ሀርቦና፣ ብግታአ፣ አባግታ፣ ዜታሪፊ ከርከስ Sien die hoofstuk |