Amoos 9:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Isaan qotanii iddoo lafa jalaa yoo ga'an iyyuu, harki koo qabee achi keessaa ol isaan in baasa; bantii waaqaatti yoo ol ba'an iyyuu, achii gad isaan nan buusa*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Yoo isaan boolla qilee qotatan iyyuu harki koo achii isaan fuudha. Yoo isaan samiitti ol baʼan iyyuu ani achii gad isaan nan buusa. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ዮ እሳን ቦለ ቅሌ ቆተተንዩ ሀርክኮ አቺ እሳን ፉዸ። ዮ እሳን ሰሚት ኦል በአንዩ አን አቺ ገድ እሳን ነንቡሰ። Sien die hoofstuk |