Amoos 9:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Ammas Waaqayyo, <<Gaaf tokko immoo manni Daawit inni jige ol ka'ee akka dhaabatu nan godha, keenyan mana isaa isa dhagaas nan deddeebisa, isa hurraa'es wal nan qabachiisa, akka isaa duriittis deebisee nan ijaara. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 “Ani bara sana keessa dunkaana Daawit “Kan kufe sana deebisee nan dhaaba. Kan tarsaʼes walitti nan supha; diigamaa isaa iddootti deebisee akka duraatti nan ijaara; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 “አን በረ ሰነ ኬሰ ዱንካነ ዳዊት “ከን ኩፌ ሰነ ዴብሴ ነንዻበ። ከን ተርሰኤስ ወልት ነንሱጰ፤ ዲገማሳ እዶት ዴብሴ አከ ዱራት ነንእጃረ፤ Sien die hoofstuk |