Amoos 9:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Saba koo keessaa cubbamoonni warri, <<Wanti hamaan nutti hin dhi'aatu, nu hin qaqqabus>> jedhan hundinuu billaadhaan in du'u>> jedhee dubbateera*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Cubbamoonni saba koo gidduu jiraatan hundi Warri, ‘Balaan nu hin argatu yookaan nutti hin dhufu’ jedhan hundi goraadeedhaan dhumu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ጩበሞትን ሰበኮ ግዱ ጅራተን ሁንድ ወር፣ ‘በላን ኑ ህንአርገቱ ዮካን ኑት ህንዹፉ’ ጄዸን ሁንድ ጎራዴዻን ዹሙ። Sien die hoofstuk |