Amoos 8:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Waaqayyo gooftaan, <<Guyyaa sanatti biiftuun waareetti akka lixxu, ifni guyyaa utuma jiruus lafti akka dukkanaa'u nan godha*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Waaqayyo Gooftaan akkana jedha; “Bara sana, “Ani akka aduun saafaadhaan dhiitee laftis guyyuma adiidhaan dukkanooftu nan godha. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ዋቀዮ ጎፍታን አከነ ጄዸ፤ “በረ ሰነ፣ “አን አከ አዱን ሳፋዻን ዺቴ ለፍትስ ጉዩመ አዲዻን ዱከኖፍቱ ነንጎዸ። Sien die hoofstuk |