Amoos 8:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Guyyaa sanatti warri mana mootummaa keessaa weeddisan in boo'u, reeffi warra du'anii in baay'ata; calluma jedhaniis iddoo hundumaatti in gatu>> naan jedhe; Waaqayyo gooftaan akkas jedhee dubbateera*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Waaqayyo Gooftaan akkana jedha; “Gaafas faarfannaan mana qulqullummaa keessaa booʼichatti geeddarama. Reeffi akka malee hedduun lafa hundatti gatama! Calʼisuunis ni taʼa!” Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ዋቀዮ ጎፍታን አከነ ጄዸ፤ “ጋፈስ ፋርፈትናን መነ ቁልቁሉማ ኬሳ ቦእቸት ጌደረመ። ሬፍ አከ መሌ ሄዱን ለፈ ሁንደት ገተመ! ጨልእሱንስ ንተአ!” Sien die hoofstuk |