Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Amoos 8:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

11 Waaqayyo gooftaan, <<Kunoo! Barri ani itti biyya kana irratti beela ergu dhufuuf jira; beelichis isa namoonni dubbii Waaqayyoo dhaga'uu dhabanii beela'an malee, beela buddeenaa fi dheebuu bishaanii miti.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

11 Waaqayyo Gooftaan akkana jedha; “Yeroon ani biyyattiitti beela fidu tokko ni dhufa; innis beela dubbii Waaqayyoo dhagaʼuu ti malee beela nyaataa yookaan dheebuu bishaanii miti.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

11 ዋቀዮ ጎፍታን አከነ ጄዸ፤ “ዬሮን አን ብየቲት ቤለ ፍዱ ቶኮ ንዹፈ፤ እንስ ቤለ ዱቢ ዋቀዮ ዸገኡት መሌ ቤለ ኛታ ዮካን ዼቡ ብሻኒ ምት።

Sien die hoofstuk Kopieer




Amoos 8:11

Volg ons:

Advertensies


Advertensies