Amoos 8:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Waaqayyo waan tokko immoo mul'ataan anatti argisiiseera; kunoo, guuboo ija mukaa bilchaataa baatu tokko nan arge. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Waaqayyo Gooftaan waan kana natti argisiise: kun guuboo ija bilchaateen guutamee dha. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ዋቀዮ ጎፍታን ዋን ከነ ነት አርግሲሴ፦ ኩን ጉቦ እጀ ብልቻቴን ጉተሜዸ። Sien die hoofstuk |