Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Amoos 7:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Inni,<<Yaa Amos, maal argita?>> naan jedhe; Kana irrattan,<<Tumbii nan arga>> jedhee deebiseef; gooftichi immoo,<<Ilaa, tumbii ittiin jal'inni saba koo Israa'el qoramee ilaalamu isaanitti nan qaba; ani deebi'ee irra isaaniif hin darbu*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Waaqayyos, “Amoos, ati maal arguutti jirta?” jedhee na gaafate. Anis, “Tumbii nan arga” jedheen deebise. Gooftaanis akkana naan jedhe; “Kunoo ani saba koo Israaʼel gidduu tumbii tokko nan kaaʼa; ani siʼachi isaan hin baraaru.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ዋቀዮስ፣ “አሞስ፣ አት ማል አርጉት ጅርተ?” ጄዼ ነ ጋፈቴ። አንስ፣ “ቱምቢ ነንአርገ” ጄዼን ዴብሴ። ጎፍታንስ አከነ ናን ጄዼ፤ “ኩኖ አን ሰበኮ እስራኤል ግዱ ቱምቢ ቶኮ ነንካአ፤ አን ስአች እሳን ህንበራሩ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Amoos 7:8

Volg ons:

Advertensies


Advertensies