Amoos 7:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Kana irratti,<<Yaa Waaqayyo gooftaa, Yaaqoob ilma xinnaa waan ta'eef, attamitti kana dura dhaabachuu danda'a ree>> Ati wanta kana irraa ittisi!>> nan jedhe. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Kana irratti ani, “Yaa Waaqayyo Gooftaa, ani sin kadhadhaa, waan kana nurraa dhaabi! Yaaqoob akkamiin waan kana irraa hafa? Inni daaʼima xinnaa dha!” jedheen iyye. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ከነረት አን፣ “ያ ዋቀዮ ጎፍታ፣ አን ስን ከዸዻ፣ ዋን ከነ ኑራ ዻብ! ያቆብ አከሚን ዋን ከነራ ሀፈ? እን ዳእመ ጥናዸ!” ጄዼን እዬ። Sien die hoofstuk |