Amoos 7:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Ati immoo,<<Israa'el irratti raajii hin dubbatin, mana Yisihaq irrattis hin lallabin!>> anaan jetteetta; egaa amma dubbii Waaqayyoo dhaggeeffadhu*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Egaa amma dubbii Waaqayyoo dhagaʼi. Ati akkana jetta; “ ‘Ati Israaʼeliin mormuudhaan raajii hin dubbatin; mana Yisihaaq mormuudhaan lallabuu dhiisi.’ Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ኤጋ አመ ዱቢ ዋቀዮ ዸገእ። አት አከነ ጄተ፤ “ ‘አት እስራኤሊን ሞርሙዻን ራጂ ህንዱበትን፤ መነ ይስሃቅ ሞርሙዻን ለለቡ ዺስ።’ Sien die hoofstuk |