Amoos 7:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Ammas immoo deebisee Amaasiyaadhaan, <<Ani horii nan horsiisa, harbuus dhaabee nan guddisa malee, hojiin koo raajii dubbachuu miti, sanyiin koos raajii hin dubbanne*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Amoos immoo akkana jedhee Amasiyaaf deebise; “Ani raajii yookaan ilma raajii miti; garuu ani tiksee fi eegduu muka harbuun ture. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 አሞስሞ አከነ ጄዼ አመስያፍ ዴብሴ፤ “አን ራጂ ዮካን እልመ ራጂ ምት፤ ገሩ አን ትክሴፊ ኤግዱ ሙከ ሀርቡን ቱሬ። Sien die hoofstuk |