Amoos 7:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Bet'el iddoo manni qulqullummaa inni mootichi keessatti sagadu, manni sabni mootummaa kanaa itti wal ga'us jiruu dha; asitti matumaa deebitee raajii hin dubbatin!>> jedhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Sababii inni iddoo qulqulluu mootichaatii fi mana qulqullummaa mootummaa taʼeef ati lammata Beetʼeel keessatti raajii hin dubbatin.” Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ሰበቢ እን እዶ ቁልቁሉ ሞትቻቲፊ መነ ቁልቁሉማ ሞቱማ ተኤፍ አት ለመተ ቤትኤል ኬሰት ራጂ ህንዱበትን።” Sien die hoofstuk |