Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Amoos 7:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Amaasiyaan yommus Amosiin, <<Yaa namicha mul'ata argituu, asii adeemi, biyya Yihudaatti baqadhu! Achitti raajii dubbadhuu ittiin buddeena nyaadhu*!

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Kana irratti Amasiyaan Amoosiin akkana jedhe; “Yaa ilaaltuu nana, sokki! Biyya Yihuudaatti deebiʼi. Achitti buddeena nyaadhu; raajiis dubbadhu.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 ከነረት አመስያን አሞሲን አከነ ጄዼ፤ “ያ እላልቱነነ፣ ሶክ! ብየ ይሁዳት ዴብእ። አችት ቡዴነ ኛዹ፤ ራጂስ ዱበዹ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Amoos 7:12

Volg ons:

Advertensies


Advertensies