Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Amoos 7:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 Kana booddees Amaasiyaan lubni Bet'el, Yerobi'aam mootii Israa'elitti ergee, <<Amos namoota Israa'el gidduu dhaabatee sitti korateera; wanta inni dubbates lafti baachuu hin danda'u*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 Ergasii Amasiyaa lubni Beetʼeel akkana jedhee Yerobiʼaam mooticha Israaʼelitti ergaa tokko erge; “Amoos garaa Israaʼel keessatti sitti malateera. Dubbii isaa hunda lafti iyyuu baachuu hin dandeessu.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 ኤርገሲ አመስያ ሉብን ቤትኤል አከነ ጄዼ ዬሮብኣም ሞትቸ እስራኤልት ኤርጋ ቶኮ ኤርጌ፤ “አሞስ ገራ እስራኤል ኬሰት ስት መለቴረ። ዱቢሳ ሁንደ ለፍትዩ ባቹ ህንደንዴሱ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Amoos 7:10

Volg ons:

Advertensies


Advertensies