Amoos 7:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Wanta Waaqayyo gooftaan mul'ataan anatti argisiise isinitti himuufan jira. Kunoo! Marga isa duraa mootichaaf erga haamanii booddee, marga isa deebi'ee biqilutti gurmuu hawaannisaa yaase. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Waaqayyo Gooftaan waan kana natti argisiise: Inni erga qoodni mootichaa haamamee booddee, utuma midhaan lammaffaan gaʼaa jiruu tuuta hawwaannisaa qopheesse. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ዋቀዮ ጎፍታን ዋን ከነ ነት አርግሲሴ፦ እን ኤርገ ቆድን ሞትቻ ሃመሜ ቦዴ፣ ኡቱመ ምዻን ለመፋን ገኣ ጅሩ ቱተ ሀዋንሳ ቆጴሴ። Sien die hoofstuk |