Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Amoos 6:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Waaqayyo gooftaan ofii isaatiin kakatee, <<Of gurguddisuu sanyii Yaaqoob ijaan ilaaluu na jibbisiise, manneetii isaanii warra jajjaboo nan jibbe, mandarattii, waan ishee keessa guutes dabarsee nan kenna>> jedhee dubbateera Waaqayyo gooftaan maccaa*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Waaqayyo Gooftaan ofii isaatiin kakateera; Waaqayyo Waaqni Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha: “Ani of tuulummaa Yaaqoob nan balfa; daʼannoo isaas nan jibba; ani magaalattii fi waan ishee keessa jiru hunda dabarsee nan kenna.”

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ዋቀዮ ጎፍታን ኦፊሳቲን ከከቴረ፤ ዋቀዮ ዋቅን ዋን ሁንደ ደንደኡ አከነ ጄዸ፦ “አን ኦፍ ቱሉማ ያቆብ ነንበልፈ፤ ደአትኖሳስ ነንጅበ፤ አን መጋለቲፊ ዋን እሼ ኬሰ ጅሩ ሁንደ ደበርሴ ነንኬነ።”

Sien die hoofstuk Kopieer




Amoos 6:8

Volg ons:

Advertensies


Advertensies