Amoos 6:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Kanaafis isin warra booji'aman dura buutanii gara booji'amuu in dhaqxu, inni isin nyaattanii dhugdanii, isinitti tolee iddoo ciisicha keessanii irra diriirfattanis in hafa. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Kanaafuu isin warra jalqabatti boojiʼaman wajjin boojiʼamtanii fudhatamtu; burraaquu fi bashannanuun keessan ni hafa. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ከናፉ እስን ወረ ጀልቀበት ቦጅአመን ወጅን ቦጅአምተኒ ፉዸተምቱ፤ ቡራቁፊ በሸነኑንኬሰን ንሀፈ። Sien die hoofstuk |