Amoos 6:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 isin daadhii waynii soondoodhaan dhuguuf, dibata isa keessaa caalu dibachuu malee, badiisa sanyii Yoseef irratti dhufuuf jiruuf hin gadditan*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Isin xoofoo keessaa daadhii wayinii dhugdu; dibata akka malee gaarii dibattu; garuu badiisa Yoosefiif hin gadditan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 እስን ጦፎ ኬሳ ዳዺ ወይኒ ዹግዱ፤ ድበተ አከ መሌ ጋሪ ድበቱ፤ ገሩ በዲሰ ዮሴፊፍ ህንገድተን። Sien die hoofstuk |