Amoos 6:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Isin sagalee maseenqootiin waan waa'ee hin baafne in weeddiftu, Daawitin fakkaachuufis mi'a ittiin weeddisan in baaftu; Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Isin sagalee baganaatiin weedduu faayidaa hin qabne weeddiftu; akkuma Daawitis meeshaa muuziiqaa qaqqajeelfattu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 እስን ሰገሌ በገናቲን ዌዱ ፋይዳ ህንቀብኔ ዌድፍቱ፤ አኩመ ዳዊትስ ሜሻ ሙዚቃ ቀቀጄልፈቱ። Sien die hoofstuk |