Amoos 6:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Isin siree ilka arbaa irra ciiftanii, iddoo ciisicha keessanii irras isinitti tolee in diriirfattu; hoolota keessaa warra xoxobbee, tuntunoo keessaas warra coccoomoo in nyaattu; isiniif wayyoo*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Isin siree ilka arbaatiin miidhagfame irra ciiftu; siree keessan dinkii irra boqottu. Isin xobbaallaa hoolaa filatamoo fi jabbii coccoomoo nyaattu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 እስን ስሬ እልከ አርባቲን ሚዸግፈሜረ ጪፍቱ፤ ስሬኬሰን ድንኪረ ቦቆቱ። እስን ጦባላ ሆላ ፍለተሞፊ ጀቢ ጮጮሞ ኛቱ። Sien die hoofstuk |