Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Amoos 6:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

14 Waaqayyo gooftaan maccaa immoo, <<Yaa mana Israa'el, kunoo ani saba tokko sitti nan kaasa, inni immoo karaa mandara Haamaat isa gara bitaatii jalqabee hamma dachaa lafa duwwaa isa gara mirgaattis si cunqursuuf jira>> jedhee dubbateera*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

14 Waaqayyo Waaqni Waan Hunda Dandaʼu akkana jedhaatii; “Yaa mana Israaʼel, ani saba Leeboo Hamaatii jalqabee hamma sulula Arabbaatti karaa keessan hunda irratti isin cunqursu tokko isinittin kaasa.”

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

14 ዋቀዮ ዋቅን ዋን ሁንደ ደንደኡ አከነ ጄዻቲ፤ “ያ መነ እስራኤል፣ አን ሰበ ሌቦ ሀማቲ ጀልቀቤ ሀመ ሱሉለ አረባት ከራኬሰን ሁንደረት እስን ጩንቁርሱ ቶኮ እስንትን ካሰ።”

Sien die hoofstuk Kopieer




Amoos 6:14

Volg ons:

Advertensies


Advertensies