Amoos 6:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Fardeen dhagaa kakattaa irra in fiiguu ree>> Namni qotiyyoodhaan galaana in qotaa ree>> Isin garuu wanta qajeelaa ta'ee fudhatame wanta hadhaa ta'utti, qajeelina hadhooftuutti geddartaniittu*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Fardeen kattaawwan irra ni fiiguu? Namni tokko qotiyyoodhaan achi ni qotaa? Isin garuu murtii qajeelaa gara summiitti, ija qajeelummaas gara hadhaatti geeddartaniirtu; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ፈርዴን ከታወንረ ንፊጉ? ነምን ቶኮ ቆትዮዻን አች ንቆታ? እስን ገሩ ሙርቲ ቀጄላ ገረ ሱሚት፣ እጀ ቀጄሉማስ ገረ ሀዻት ጌደርተኒርቱ፤ Sien die hoofstuk |