Amoos 5:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Iyya faarfannaa keessanii ana irraa fageessaa! Sagalee maseenqoo keessaniis ani dhaga'uu hin barbaadu. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Waca faarfannaa keessanii asii balleessaa! Ani muuziiqaa baganaa keessanii hin dhaggeeffadhu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 ወጨ ፋርፈትናኬሰኒ አሲ በሌሳ! አን ሙዚቃ በገናኬሰኒ ህንዸጌፈዹ። Sien die hoofstuk |