Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Amoos 5:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

22 Qalma gubamuu fi kennaa midhaanii anaaf yoo dhi'eessitan iyyuu ani itti hin gammadu; horii coccoomoo qalma galataaf dhi'eessitanis ani hin ilaalu.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

22 Utuu isin aarsaa gubamuu fi kennaa midhaanii naaf fiddanii iyyuu ani jaalladhee isin irraa hin fudhadhu. Utuu isin aarsaa nagaa filatamaa naaf fiddanii iyyuu ani homaattuu isa hin lakkaaʼu.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

22 ኡቱ እስን ኣርሳ ጉበሙፊ ኬና ምዻኒ ና ፍደኒዩ አን ጃለዼ እስንራ ህንፉዸዹ። ኡቱ እስን ኣርሳ ነጋ ፍለተማ ና ፍደኒዩ አን ሆማቱ እሰ ህንለካኡ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Amoos 5:22

Volg ons:

Advertensies


Advertensies