Amoos 5:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Iddoo dhaabaa waynii hundumaatti iyyuu boo'ichi in ta'a; ani isin adabuudhaaf isin gidduu waanan darbuuf kun hundinuu isinitti in dhufa>> jedhe; inni kana dubbate Waaqayyoo dha*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Ani gidduu keessan waanan darbuuf iddoo dhaabaa wayinii hunda keessaa booʼichatu taʼa” jedha Waaqayyo. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 አን ግዱኬሰን ዋነን ደርቡፍ እዶ ዻባ ወይኒ ሁንደ ኬሳ ቦእቸቱ ተአ” ጄዸ ዋቀዮ። Sien die hoofstuk |