Amoos 5:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Amma garuu Waaqayyo gooftaan maccaa gooftichi, <<Wal ga'ii karaa hundumaa irratti in boo'u, karaa jiru hundumaa irrattis, wayyoo! wayyoo! in jedhu; warra qotiisa qotan gaddaaf, boossiftuus boo'ichaaf in waamu. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Kanaafuu Gooftaan, Waaqayyo Waaqni Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha: “Daandii hunda irra booʼicha, oobdii uummataa hunda irra immoo iyya dhiphinaatu jira. Qonnaan bultoonni akka booʼaniif, warri booʼan immoo akka wawwaataniif ni waamamu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ከናፉ ጎፍታን፣ ዋቀዮ ዋቅን ዋን ሁንደ ደንደኡ አከነ ጄዸ፦ “ዳንዲ ሁንደረ ቦእቸ፣ ኦብዲ ኡመታ ሁንደረሞ እየ ዽጵናቱ ጅረ። ቆናን ቡልቶትን አከ ቦአኒፍ፣ ወር ቦአንሞ አከ ወዋተኒፍ ንዋመሙ። Sien die hoofstuk |