Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Amoos 5:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

15 Wanta hamaa jibbaa, wanta gaariis jaalladhaa! Wal ga'ii karra dallaa keessatti dhugaan jabaatee akka dhaabatu godhaa! Yommus Waaqayyo gooftaan maccaa, sanyii Yoseef keessaa warra hafanitti araara in argisiisa ta'a*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

15 Waan hamaa jibbaa; waan gaarii jaalladhaa; mana murtii keessatti murtii qajeelaa jabeessaa; Waaqayyo Waaqni Waan Hunda Dandaʼu tarii hambaa Yoosefiif garaa laafa taʼaatii.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

15 ዋን ሀማ ጅባ፤ ዋን ጋሪ ጃለዻ፤ መነ ሙርቲ ኬሰት ሙርቲ ቀጄላ ጀቤሳ፤ ዋቀዮ ዋቅን ዋን ሁንደ ደንደኡ ተሪ ሀምባ ዮሴፊፍ ገራ ላፈ ተኣቲ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Amoos 5:15

Volg ons:

Advertensies


Advertensies