Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Amoos 5:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Isin warri nama qajeelaa cunqursitanii gabbarsuus fudhattanii, nama dhabes firdii akka hin arganne gootan, irra-daddarbaan keessan attam akka baay'atu, cubbuun keessanis attam akka guddatu ani beeka*!

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Balleessaan keessan hammam akka baayʼatuu fi cubbuun keessanis hammam guddaa akka taʼe nan beekaatii. Isaan qajeeltota hacuucanii mattaʼaa irraa fudhatu; hiyyeeyyiis mana murtii keessatti murtii qajeelaa dhowwatu.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 በሌሳንኬሰን ሀመም አከ ባይአቱፊ ጩቡንኬሰንስ ሀመም ጉዳ አከ ተኤ ነንቤካቲ። እሳን ቀጄልቶተ ሀጩጨኒ መተኣ እራ ፉዸቱ፤ ህዬዪስ መነ ሙርቲ ኬሰት ሙርቲ ቀጄላ ዾወቱ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Amoos 5:12

Volg ons:

Advertensies


Advertensies