Amoos 4:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Kanaaf namoonni mandara lama sadii, bishaan dhuguudhaaf gara mandara isa tokkootti tiratan; haa ta'u iyyuu malee dheebuu ba'uu hin dandeenye; kanuma irratti iyyuu isin gara kootti hin deebine>> jedhee dubbateera Waaqayyo*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Uummanni bishaan barbaacha magaalaadhaa gara magaalaatti joore; garuu waan dhugaatiif isa gaʼu hin arganne; taʼus isin gara kootti hin deebine” jedha Waaqayyo. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ኡመትን ብሻን በርባቸ መጋላዻ ገረ መጋላት ጆሬ፤ ገሩ ዋን ዹጋቲፍ እሰ ገኡ ህንአርገትኔ፤ ተኡስ እስን ገረኮት ህንዴብኔ” ጄዸ ዋቀዮ። Sien die hoofstuk |