Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Amoos 4:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 <<Mandara keessan hundumaa keessatti wanti afaanitti deebifattan akka hin argamne, iddoo jirtan hundumaattis buddeenni akka dhabamu anatu godhe; kanuma irratti iyyuu isin gara kootti hin deebine>> jedhee dubbateera Waaqayyo.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 “Ani magaalaa hunda keessatti garaa duwwaa isiniif kenneera; magaalaa hunda keessattis buddeena isin dhabsiiseera; isin garuu gara kootti hin deebine” jedha Waaqayyo.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 “አን መጋላ ሁንደ ኬሰት ገራ ዱዋ እስኒፍ ኬኔረ፤ መጋላ ሁንደ ኬሰትስ ቡዴነ እስን ዸብሲሴረ፤ እስን ገሩ ገረኮት ህንዴብኔ” ጄዸ ዋቀዮ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Amoos 4:6

Volg ons:

Advertensies


Advertensies