Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Amoos 4:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 <<Bet'el iddoo itti sagadan dhaqaa, irra-daddarbaa keessanis ittuma dabalaa! Giilgal iddoo sagadaa isa kaanittis irra-daddarbaa keessan ittuma baay'isaa! Borumtaa qalma aarsaa, guyyaa sadaffaattis kudhan keessaa tokko dhi'eessaa*!

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 “Beetʼeel dhaqaatii cubbuu hojjedhaa; Gilgaal dhaqaatii cubbuu baayʼee hojjedhaa. Ganama ganama aarsaa keessan dhiʼeessaa; waggaa sadii sadiitti immoo kennaa keessan harka kudhan keessaa harka tokko fidaa.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 “ቤትኤል ዸቃቲ ጩቡ ሆጄዻ፤ ግልጋል ዸቃቲ ጩቡ ባይኤ ሆጄዻ። ገነመ ገነመ ኣርሳኬሰን ዽኤሳ፤ ወጋ ሰዲ ሰዲትሞ ኬናኬሰን ሀርከ ኩዸን ኬሳ ሀርከ ቶኮ ፍዳ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Amoos 4:4

Volg ons:

Advertensies


Advertensies