Amoos 4:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Adduma addaan qaawwa dallaa fuula keessan dura jiru keessa in baafamtu, gara tulluu Hermoonittis in daddarbatamtu>> in jedhe; Waaqayyo kana dubbateera. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Isin tokko tokkoon qajeeltanii qaawwa dallaatiin ni baatu; gara Harmoonittis ni darbatamtu” jedha Waaqayyo. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 እስን ቶኮ ቶኮን ቀጄልተኒ ቃወ ደላቲን ንባቱ፤ ገረ ሀርሞንትስ ንደርበተምቱ” ጄዸ ዋቀዮ። Sien die hoofstuk |