Amoos 4:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Waaqayyo gooftaan qulqullummaa isaatiin kakatee, <<Kunoo! Guyyaan itti hokkoodhaan isin harkisanii, warra isin booddees hokkoo qurxummiitiin baasan in dhufa. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Waaqayyo Gooftaan akkana jedhee qulqullummaa isaatiin kakateera: “Yeroon isin itti hokkoodhaan, isin keessaa namni dhumaa immoo qabduu qurxummiitiin qabamu tokko dhugumaan ni dhufa. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ዋቀዮ ጎፍታን አከነ ጄዼ ቁልቁሉማሳቲን ከከቴረ፦ “ዬሮን እስን እት ሆኮዻን፣ እስን ኬሳ ነምን ዹማሞ ቀብዱ ቁርጡሚቲን ቀበሙ ቶኮ ዹጉማን ንዹፈ። Sien die hoofstuk |