Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Amoos 4:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Kunoo! Inni tulloota tolche, inni qilleensa uume, inni wanta yaada isaa keessa jiru namatti beeksisu, inni barii ganamaas dukkana godhu, inni lafa ol jedhaa gara irraa adeemu, maqaan isaa Waaqayyo gooftaa maccaa ti*!

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Inni tulluuwwan tolchee bubbee uumee yaada isaa namatti mulʼisu sun, inni barii dukkaneessee iddoowwan lafa ol kaʼoo irra ejjetu sun, maqaan isaa Waaqayyo, Waaqa Waan Hunda Dandaʼuu dha.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 እን ቱሉወን ቶልቼ ቡቤ ኡሜ ያደሳ ነመት ሙልእሱ ሱን፣ እን በሪ ዱከኔሴ እዶወን ለፈ ኦል ከኦረ ኤጄቱ ሱን፣ መቃንሳ ዋቀዮ፣ ዋቀ ዋን ሁንደ ደንደኡዸ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Amoos 4:13

Volg ons:

Advertensies


Advertensies