Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Amoos 4:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

11 <<Ani Waaqayyo, Sodoomii fi Gomoraa akkuman barbadeesse, isin keessaas akkasuma nan barbadeesse; isin akka mukukkula ibidda boba'aa jiru keessaa butamee taatan; kanuma irratti iyyuu isin gara kootti hin deebine>> jedhee dubbateera Waaqayyo*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

11 “Ani akkuman Sodoomii fi Gomoraa garagalche sana isin keessaa nama tokko tokko garagalcheera. Isin akkuma muka bobaʼu kan ibidda keessaa butamee ti; taʼus isin gara kootti hin deebine” jedha Waaqayyo.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

11 “አን አኩመን ሶዶሚፊ ጎሞራ ገረገልቼ ሰነ እስን ኬሳ ነመ ቶኮ ቶኮ ገረገልቼረ። እስን አኩመ ሙከ ቦበኡ ከን እብደ ኬሳ ቡተሜት፤ ተኡስ እስን ገረኮት ህንዴብኔ” ጄዸ ዋቀዮ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Amoos 4:11

Volg ons:

Advertensies


Advertensies