Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Amoos 4:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 <<Dha'icha sanyii isa biyya Gibxii keessatti ta'e isin irratti nan erge; dargaggoota keessan billaadhaan nan ajjeesise, fardeen keessanis nan boojisiise; raqni iddoo buufata keessaniis funyaan akka isin rukutu nan godhe; kanuma irratti iyyuu isin gara kootti hin deebine>> jedhee dubbateera Waaqayyo*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 “Ani akkuman biyya Gibxi godhe sana dhaʼicha isinitti nan erge. Ani fardeen isin boojitan wajjin dargaggoota keessan goraadeedhaan nan fixe. Ajaa qubata keessaniitiin funyaan keessan nan guute; isin garuu gara kootti hin deebine” jedha Waaqayyo.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 “አን አኩመን ብየ ግብጥ ጎዼ ሰነ ዸእቸ እስንት ነንኤርጌ። አን ፈርዴን እስን ቦጅተን ወጅን ደርገጎተኬሰን ጎራዴዻን ነንፍጤ። አጃ ቁበተኬሰኒቲን ፉኛንኬሰን ነንጉቴ፤ እስን ገሩ ገረኮት ህንዴብኔ” ጄዸ ዋቀዮ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Amoos 4:10

Volg ons:

Advertensies


Advertensies