Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Amoos 3:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Mana jajjaboo mandara Ashdood keessa, mana jajjaboo biyya Gibxii keessas warra jiraataniin, <<Tulloota naannoo Samaariyaa gubbaatti walitti qabamaatii raafama gurguddaa namoota ishee gidduutti ta'uu fi cunqurfamuu ishee keessatti ta'u ilaalaa!>> jedhaatii dhageessisaa!

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Daʼannoo Ashdoodiitii fi daʼannoo Gibxitti akkana jedhaa labsaa: “Tulluuwwan Samaariyaa irratti walitti qabamaa; jeequmsa guddaa ishee keessa jiruu fi cunqursaa uummata ishee keessa jiru ilaalaa.”

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 ደአትኖ አሽዶዲቲፊ ደአትኖ ግብጥት አከነ ጄዻ ለብሳ፦ “ቱሉወን ሰማርያረት ወልት ቀበማ፤ ጄቁምሰ ጉዳ እሼ ኬሰ ጅሩፊ ጩንቁርሳ ኡመተሼ ኬሰ ጅሩ እላላ።”

Sien die hoofstuk Kopieer




Amoos 3:9

Volg ons:

Advertensies


Advertensies