Amoos 3:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Leenci yoo waa qabachuuf utaale malee, caakkaa keessaa aadee of dhageessisaa ree>> Leenci saafelli yoo waa hin qabanne ta'e, mann'ee isaa keessaa sagalee isaa dhageessisaa ree>> Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Leenci tokko yoo waan adamsu hin argatin bosona keessaa ni aadaa? Inni yoo waa qabate malee holqa isaa keessaa ni aadaa? Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ሌንጭ ቶኮ ዮ ዋን አደምሱ ህንአርገትን ቦሶነ ኬሳ ንኣዳ? እን ዮ ዋ ቀበቴ መሌ ሆልቀሳ ኬሳ ንኣዳ? Sien die hoofstuk |