Amoos 3:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Innoo,<<Saba lafa irraa hundumaa keessaa ba'eessa godhee beekee isin duwwaa ofitti qabeera; kanaafis ani yakka keessan hundumaa isinitti nan ilaala>> jedheera>> jedhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 “Ani maatiiwwan lafa irra jiraatan hunda keessaa isin qofa filadheera; kanaafuu ani cubbuu keessan hundaaf isinan adaba.” Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 “አን ማቲወን ለፈረ ጅራተን ሁንደ ኬሳ እስን ቆፈ ፍለዼረ፤ ከናፉ አን ጩቡኬሰን ሁንዳፍ እስነን አደበ።” Sien die hoofstuk |