Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Amoos 3:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

15 Mana yeroo qorraa keessa taa'anii fi mana yeroo bonaa keessa taa'an nan jijjigsa, manneetiin ilka arbaatiin miidhagfamanis iddoodhaa in badu, manneetiin warri jajjaboonnis deebi'anii hin argaman>> jedha; Waaqayyo kana dubbateera*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

15 Ani mana gannaatii fi mana bonaa nan diiga; manneen ilka arbaatiin miidhagfaman ni diigamu; manneen gurguddaanis ni balleeffamu” jedha Waaqayyo.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

15 አን መነ ገናቲፊ መነ ቦና ነንዲገ፤ መኔን እልከ አርባቲን ሚዸግፈመን ንዲገሙ፤ መኔን ጉርጉዳንስ ንበሌፈሙ” ጄዸ ዋቀዮ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Amoos 3:15

Volg ons:

Advertensies


Advertensies