Amoos 2:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 <<Ani immoo,<<Amoorota warra akka birbirsaa dheeratan, warra akka muka hoomii jabaatan fuula isaanii duraa hundeedhaan buqqisee sanyii isaaniis lafa irraa balleesseen ture*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 “Inni akkuma birbirsaa dheeratee akka qilxuu jabaatu iyyuu, ani namicha Amoor sana fuula isaanii duratti galaafadheera. Ani gubbaadhaa ija isaa, jalaan immoo hidda isaa balleesseera. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 “እን አኩመ ብርብርሳ ዼረቴ አከ ቅልጡ ጀባቱዩ፣ አን ነምቸ አሞር ሰነ ፉለሳኒ ዱረት ገላፈዼረ። አን ጉባዻ እጀሳ፣ ጀላንሞ ህደሳ በሌሴረ። Sien die hoofstuk |