Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Amoos 2:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Isaan iddoo aarsaa hundumaa bukkeetti immoo, uffata qabsiisaaf fuudhan irra in ciisu; daadhii waynii warra adabaman biraa dhufes, mana Waaqayyo isaanii keessatti in dhugu*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Isaan uffata qabdiidhaan nama irraa fudhatan irra iddoo aarsaa hunda bira ciciisan. Isaan daadhii wayinii kan warra adabaman biraa dhufe, mana waaqa isaanii keessatti dhugu.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 እሳን ኡፈተ ቀብዲዻን ነመራ ፉዸተን እረ እዶ ኣርሳ ሁንደ ብረ ጭጪሰን። እሳን ዳዺ ወይኒ ከን ወረ አደበመን ብራ ዹፌ፣ መነ ዋቀሳኒ ኬሰት ዹጉ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Amoos 2:8

Volg ons:

Advertensies


Advertensies