Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Amoos 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 <<Waaqayyo akka jedhu! Warri mandara Xiiros saba guutummaatti dabarsanii boojuudhaaf warra Edoomitti waan kennaniif, kakuu obbolummaas waan hin yaadatiniif, ani irra-daddarbaa isaanii isa keessa deddeebi'aniif adabni akka irraa deebi'u hin godhu!

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Waaqayyo akkana jedha: “Ani cubbuu Xiiroos sadiif, afuriifis dheekkamsa koo duubatti hin deebisu. Sababii isheen walii galtee obbolummaa cabsitee hawaasa boojiʼame guutuu Edoomitti gurguratteef

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 ዋቀዮ አከነ ጄዸ፦ “አን ጩቡ ጢሮስ ሰዲፍ፣ አፉሪፍስ ዼከምሰኮ ዱበት ህንዴብሱ። ሰበቢ እሼን ወሊ ገልቴ ኦቦሉማ ጨብስቴ ሀዋሰ ቦጅአሜ ጉቱ ኤዶምት ጉርጉረቴፍ

Sien die hoofstuk Kopieer




Amoos 1:9

Volg ons:

Advertensies


Advertensies